Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal-dhibdeen Waldaa Ortodoksii Itiyoophiyaa fi Luboota Waldichaa Kan Oromiyaa Gidduutti Uumame Ammallee Hin Furamne


Faayilii - Ijaarsa Waldaa Ortodoksiitif karaa qarqaratti maallaqa oggaa kadhatan, Salaalee, Oromiyaa
Faayilii - Ijaarsa Waldaa Ortodoksiitif karaa qarqaratti maallaqa oggaa kadhatan, Salaalee, Oromiyaa

Walitti qabaan gaaffii Mana Lubumaa naannoo Oromiyaa Qasiis Balaay Mekonnin, muudama Mana Lubumaa Tawahidoo Ortodooksii Itiyoophiyaa irraa isaaniif kenname fudhachuu diduu isaanii beeksisan.

Qees Balaay Muudama kana kan didan, “gaafiin keenya dhimma caasaa waldichaa ti malee dantaa angoo dhunfaa hin turre” jechuun akka deebii kennan dubbatan.

Manni Lubumaa Tawaahidoo Ortodoksii Itiyoophiyaa gama isaatiin “mudamni kun gaafi Qasiis Balaay Mokooninii fi mangudoota irra irraa dhufe irratti hundaa’ee ka murteeffame,” jedha.

XS
SM
MD
LG