Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoon Godaantootaa Furmaata Argachuu Qaba: Walgahii Jenevaa


Wiixata dabree jechuun Muddee 16 -18 bara 2019 guyyaa sadiif kan turee walgahiin rakkoo baqattootaa irratti mari’atu Jenevaa Swizerland keessatti gaggeeffamaa jira.Ministeeroota mootummaa 100 ta’an dabalatee jila kuma hedduutu irratti argame.

Walgahii kana kan qopheesse Dhaaba Baqattootaa Kan Tokkummaa Mootummootaa yoo ta’u namoota miliyoona kurna hedduu kanneen biyya ofii dheessuun godaanuuf dirqaman irratti fulleefata.

Irra hedduun godaantoota kanaa walitti bu’iinsa biyya ofii keessaa dheessuun lubbuu ofii olfachuuf dheessan.

Gabaasa guutuu caqasaa

Rakkoon Godaantootaa Furmaata Argachuu Qaba: Walgahii Jenevaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:47 0:00


XS
SM
MD
LG