Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ijoollee Dhiraa Wajjiin Kubbaa Milaa Taphataan Guddadhe: Seenaaf Waaquumaa


Seenaaf Waaqumaa

Shamarree umuriin waggaa digdamaa Seenaaf Waaqumaa tapha kubbaa milaan dandeettii addaa agarsiisteen Baatii Sadaasa darbee si’a sadii badhaafamte.

Seenaaf Waaqumaa baatii tokko keessatti si'a sadii badhafamte.
Seenaaf Waaqumaa baatii tokko keessatti si'a sadii badhafamte.

Murannoo fi cicha qabaannaan waa’een adda-addummaa saalaa rakkoo ta’uu hin danda’uu jetti. Warri akkas yaadan jiru taanaan hojjatanii agarsiisuun akka deebii ta’uuf dubbatti.

Gaaffii fi Deebii Gaggeeffame Caqasaa.

Ijoollee Dhiraa Wajjiin Kubbaa Milaa Taphataan Guddadhe: Seenaaf Waaquumaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:24 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG