Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabonni Siyaasaa Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraa Keessaa Jiran Dhimma Nageenyaa Irratti Marii Waloo Taasisan


Rakkoo nageenyaa dhaabbatoota barnoota ol’aanoo naannolee Oromiyaa fi Amaaraa keessa jiran mudate haala itti furuun danda’amutti fuuleffachuun dhaabileen siyaasaa naannolee Oromiyaa fi Amaaraa har’a Finffineetti marii taasisan.

Qaamoleen hoggansa siyaasaa hunduu hawaasa addan fageessu irra dudhaalee waliin qaban faarsuun waliin jireenya ummatootaaf akka gumaachan marii kana irratti waamichi dhihaatee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Dhaabonni Siyaasaa Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraa Keessaa Jiran Dhimma Nageenyaa Irratti Marii Waloo Taasisan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:00 0:00


XS
SM
MD
LG