Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaan Saatelaayitii Hawaatti Fuguggisuuf Qophoofte


Itoophiyaan guyyaa afur booda Saatelaayitii kan ofii gara Hawaatti kan ergitu ta’uu ibsuun, kun ce'umsa teknooloojii biyyattiif bu'ura ta’uu ibsitee jirti.

Teknooloojii waliin tarkaanfachun guddina diinagdee dabalatee roga maraan gumaachaa guddaa qaba jedha - waajjiri ministera Innooveeshiini fi Teknooloojii.

Itiyoophiyaan Saatelaayitii Hawaatti Fuguggisuuf Qophoofte
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:05 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG