Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaan  Hojii Tola-oolummaaf Dargaggoota Kuma Kudhan Bobbaasuufi


Hojii tola ooltuummaa sadarkaa biyyaalessaatti Itiyoophiyaa keessatti jalqabuuf tola ooltota kuma kudhan (10,000) marsaa jalqabaatti simachuuf galmeessuu eegaluu isaa ministeerri nagayaa beeksise.

Duulli tola ooltummaa kun dargaggonni hojii akka shaakalanii fo aadaa walii barachuun ijaarsa waliigaltee biyyaalessaaf akka qooda gaarii gumaachan taasisuuf tahuu tu dubbatame.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Itiyoophiyaan  Hojii Tola-oolummaaf Dargaggoota Kuma Kudhan Bobbaasuufi
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:11 0:00


XS
SM
MD
LG