Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoota Hawwii Sirna Duriitiin Gurumuu Seeraa Alaa Dhaabbatanii Socho’an Tu Hookkara Kaase, Biiroon Nageenyaa Naannoo Hararii


Magaalaa Harar keessatti jala-bultii ayyyaana Cuuphaa Dilbata ayyaaneffamee fi guyyaa ayyaanichaa – Wixata ganama ennaa taabotni gara Waldaa Kiristaanaatti deebi’ee galfamu walitti-bu’insaa fi hookkara ka’een qabeenyaa waajira poolisii magaalaa Hararii fi gamoo “SMART TOWER” jedhamu dabalee qabeenyaalee dhuunfaa irra miidhaan jabaan ga’uu abbootiin qabeenyaa fi waajirri Nageenyaa Naannoo Hararii VOA-tti himanii jiran.

Kana ilaalchisuun qaamota kaleessa dubbisne keessaa tokko – Hoogganaa Biiroo Nageenyaa naannoo Hararii – Obbo Naasir Yuuyyaa ti. Gaaffii fi deebii isaan waliin geggeessine kutaa lammataa fi ka xumuraa dhiheessinaa.

XS
SM
MD
LG