Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Oromiyaa Lixaa Irraa Dheessanii fi Hayyoonni Rakkoon Naannoo Sanatti Akka Furmaatni Siyaasaa Kennamu Gaafatan


Rakkoo Nageenyaa Oromiyaa Lixaa Keessumaa, godinaalee Qellem Wallaggaa fi Wallagga Lixaa keessatti wanna dhiyeenya mudate baqannee achii baane, kanneen jedhan namoonni hagi tokko ibsa VOAf kennaniif akka rakkoo kanatti furmaatni jabeessanii gaafatan.

Yunivarsitii Wallaggaa irraa hayyoonni lama, ka Saayinsii Siyaasaa fi ka Mirga Namoomaa haala amma Oromiyaa Lixaa keessatti mul’atu xiixaluun yaada kennaniin, “'Rakkoon kun Diinagdee fi Jiruu fi jireenya hawaasichaarratti dhiibbaa hamaa waan geessisuuf jedcha marii gad-fagoo geeggeessuun furmaata itti kennuu gaafata,” jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Namoonni Oromiyaa Lixaa Irraa Dheessanii fi Hayyoonni Rakkoon Naannoo Sanatti Akka Furmaatni Siyaasaa Kennamu Gaafatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:35 0:00


XS
SM
MD
LG