Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kibba Oromiyaatti Jiraattonni humnoota Nageenya mootummaan hidhamuu fi dararamuu himatu


Kibba Oromiyaatti Jiraattonni humnoota Nageenya mootummaan hidhamuu fi dararamuu himatu

Godinaalee kibba Oromiyaatti jiraattonni humnootni naga kabachiiftota mootummaa namoota hedduu akka hidhaa jiran, akkasumas sarbiinsa mirgaallee irraan geessisaa akka jiran himatan.

Godinaalee Gujii fi Booranaa keessaa dubartoota dabalatee maqaa waraana maqaa WBO’n hidhate soortan jedhuun hidhamanii akka jiran jiraattonni dubbatanii jiru.

Qajeelchi poolisii godina boornaa dhimma kanaaf deebii kennee jira; Galmoo daawit dabalata qaba.

Kibba Oromiyaatti Jiraattonni humnoota Nageenya mootummaan hidhamuu fi dararamuu himatu
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:36 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG