Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirni Awwaalaa Daani’eel Araap Mooyi gaggeeffame


Sirni Awwaalaa Daani’eel Araap Mooyi gaggeeffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:03 0:00
Kibxata darbe gana 95 tti kan du’aan boqotan Pirezdentiin Keeniyaa lammataa Daani’eel Araap Mooyi harra sirni awwaalaa isaanii gaggeeffamee jira.
Sirna Awwaala biyyaalessaa magaala Naayroobiitti gaggeeffamerratti gaggeessitoonni biyyaa fi angawootnis irratti argamaniiru
XS
SM
MD
LG