Xurree ittiin seenan

Breaking News

Leenjii Hoggantoota Olaanoo Paartii Badhaadhinaa Xumuramee Jira


Leenjii Hoggantoota Olaanoo Paartii Badhaadhinaa Xumuramee Jira
Leenjii Hoggantoota Olaanoo Paartii Badhaadhinaa Xumuramee Jira

Hoggansi Paartii Badhaadhinaa Qajeelfamaa fi Tarsiimoo partichaa hubachuun yoomiyyu of qopheessaa akka deemu Preezdaantii Partii Badhaadhinaa Dr.Abiy Ahmad hubachiisan.

Miseenssoni partichaa guyyota Kudha torbaaf leenjii irra turan hardha xummuranii jiru.

Hoggansi hin qophoofne biyyaa fi ummata tajaajilu akka hin dandeenye kan hubachiisan Dr Abiyyi hoggansi tarsiimoo fi imaammata Paartii Badhaadhinaa beekee yeroo mara qophii ta'uu qaba jedhan.

Mummichi Ministeera Abiy Ahmad guyya borii jechuun Guraandhala 13 bara 2020 gara gama biyyoota Gamtaa Imireetota Arabaatti akka imalanis himamee jira.Kanas iwaajiira mummicha ministeeraatti itti gaafatamaan kutaa preesii Obbo Nigusuu Xilaahuun oduu gabaastotaaf ibsa kenneen beeksisee.

Leenjii Hoggantoota Olaanoo Paartii Badhaadhinaa Xumuramee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:20 0:00


XS
SM
MD
LG