Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministriin Haajaa Alaa Maayik Poompeeyoo Namoota Hojii Dalalaa Irratti Bobba’an Kan Itiyoophiyaa Waliin Marii Geggeessan


Ministriin dantaa alaa Maayik Poompeeyoo daawwannaa isaanii Itiyoophiyaatti geggeessaniin hoogganoota daldalaa fi kanneen hojii uumuu irratti bobba’an waliin galma wal ga’ii tokkummaa mootummootaa keessatti marii geggeessanii jiran.

Mata dureen marii isaaniis kanneen Afriikaa keessaa dalagaa uuman walaba baasuu jedha. Ofii isaanii nama kana dura hojii uumuun hojjetaa turan ta’uu kan ibsan Pompeyoon kanneen hojii akkasii irratti bobba’an galateeffataniiru.

Lammiwwan Itiyoophiyaa hojii daldalaa irratti bobba’an keessaa namoota sadii maqaa dha’uu dhaan hojii isaan hojjetan tarreessanii ajaa’iffatanii jiran.

Sadarkaa biyyaatti illee bu’aa akkamii akka argamsiisan ibsaniiru.

Ministriin Haajaa Alaa Maayik Poompeeyoo Namoota Hojii Dalalaa Irratti Bobba’an Kan Itiyoophiyaa Waliin Marii Geggeessan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:42 0:00


XS
SM
MD
LG