Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaa’ii Hoggantoota Awrooppaa


Yaa’ii Hoggantoota Awrooppaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:30 0:00

Hoggantoonni Gamtaa Awrooppaa ya’ii magaala guddittii Beeljiyami, Braasselsi keessatti geggeeffamu irratti bajata gamtichaa oggaa torban dhufanii murteessuuf Kamisa kaleessaa walgahan.

Yaa’in ‘Brexit’ booda yeroo duraatiif geggeefamu kun bajata gahee Biriteen ture, gara doolaarii biliyoona 65 gahu, amma eessaa akka dhufu irratti xiyyeeffata jedhameera. Biriteen Gamtaa Awrooppaa keessa bahun in yaadatama.

XS
SM
MD
LG