▶️ Huseen Abdulahii erguma dhalatee areeda tana haaddatee in beeku.
Iraaq magaala Sooran keessatti areeda isaa xinnumaaf lafa tuquu hanqatu kanaan beekamaa ta’eera, Huseen. Namoonni suuraa wajjin ka’aa oolan. “Areedni mallattoo ulfiinaa fi kabajaa tures,” jedha. #voasocial
Yaada kenni