Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Namoonni Sababaa Dhibee Koronaaf Laaboraatoriin Sakatta’aman Dhukkubicha Irraa Walaba Ta’an


Itiyoophiyaa keessatti namoonni mallattoon dhibee Koronaa irratti mu’atee ture jedhamam laabraatoriin sakatta'amanii koroonaa irra walaba ta'uun isaanii mirkanaa’e, jechuun Inistitiyutiin Fayya Hawaasaa Itiyoophiyaa beeksisee jira.

Hordoffi hanga amma taasifameen Itiyoophiyaa keessatti namni dhukkubicha qabaachuun isaa gabaasame akka hin jirre dubbate – Instiitiyuutichi.

Itiyoophiyaa Keessatti Namoonni Sababaa Dhibee Koronaaf Laaboraatoriin Sakatta’aman Dhukkubicha Irraa Walaba Ta’an
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:47 0:00


XS
SM
MD
LG