Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jarman Weerara Hawaannisaa Baha Afriikaa to’achuuf kan oolu Yuuroo Miiliyoona 3 Arjoomte


Prezdent Waalter, Jarman karaa dhaabbata gargaarsa misoomaa GIZ biyyoottan afriikaa jijjiirama haala qilleensaan miidhamanii fi qonnanbultoonni Afriikaas midhaan nyaataan akka of danada’aniif gargaarsa taasistu itti fuftillee jechuun dubbatniiru.

Mootummaan Jarman weerara hawaannisaa baha Afriikaatti mudate to’achuuf kan oolu gargaarsa maallaqaa Yuuroo miiliyoona 3 arjoomuu beeksise. Daawwannaaf Keeniyaa ka jiran pirezdentiin Jarman Fraank Waalter Keeniyaattaa waliin mariyatanii jiru; Galmoo Daawit dabalata qaba.

Jarman Weerara Hawaannisaa Baha Afriikaa to’achuuf kan oolu Yuuroo Miiliyoona 3 Arjoomte
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:02 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG