Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ka Dhiheenya Dhibame Barreessaa Asoosamaa Oromoo Angafa Tumsuuf Waldaan Barreessitoota Oromoo Dhiheenya Sagantaa Qopheesse


Waldaan Barressitoota Oromoo, hojiiwwan barreessaa asoosama Oromoo angafa yeroo ammaa dhibeen fayyaa mudate, kan Obbo Gaaddisaa Birruu uummata wajjiin wal-barsiisuu fi gumaacha barreessichaaf kabajaa kennuutti ka fuuleffate sagantaa tokko tibbana qopheessee ture.

Sagantaa kana irratti qophiilee barreeffamootaa fi hojii Obbo Gaaddisaa Birruu yaadachiisanii fi hirmaattota bohaarsan adda addaa tu dhihaate.

Ka Dhiheenya Dhibame Barreessaa Asoosamaa Oromoo Angafa Tumsuuf Waldaan Barreessitoota Oromoo Dhiheenya Sagantaa Qopheesse
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:56 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG