Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jeequmsi Niiw Deelii Itti Fufeera


Jeequmsi Niiw Deelii Itti Fufeera
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:55 0:00
Jeequmsi biyya Hindii aanaa Niiw Deelii keessatti seera lammummaa paarlaamaan biyyattiii dhiheenya raggaasisee fi hordoftoota amantaa Islaama irrratti xiyyeeffata jedhamee qeeqame wajjin wal-qabate ka'e lubbuu baayyee galaafachaa jira.
Wiixata darbe qofa Walitti bu'iinsa deeggartootaa fi mormitoota seera bahee eddutti ka'en namoonni torba du'anii gara 100 ta'an madahaniiru. Kibxata kaleessaas walitti bu'iinsi itti fufuu fi hordooftoonni amantaa Hinduu kanneen amantaa Islaamaa hordofanitti dhagaa darbachaa ooluu maddi oduu AP gabaasera.
Seerichi namoota biyya biraa irraa gara Hindii godaananiif akkataa itti lammummaa biyyatti safisaan argatan an mijeessu yeroo ta'u kanneen mulsiima ta'an garuu irraa fayyadamuu akka in dandeenye eera.
XS
SM
MD
LG