Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kaamerun keessatti foon bineessota daggalaa gururuun itti fufeera


Kaamerun keessatti foon bineessota daggalaa gururuun itti fufeera
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:40 0:00

Mootumman Kaamerun Koronaavaayrasii of irraa ittisuuf jecha biyyattii keessatti foon bofaa fi jaldeessaa nyaachuun akka dhaabbatu ajejjus, bittaaf gurgurtaan garuu itti fufeera.

Kameerun Chaayinaa irraa nyaanni gara biyya ishii akka in galles dhoowiteetti. Karaa biraatiin Vaayrasiin #COVID-19 foon bineessotaa irraa gara nama darbuu ogeessonni fayyaa himanis ammallee Chaayinaan hin mirkaneessin jirti. Amma ammatti namoonni biyyoota 40 keessatti vayirasii kanaan qabamuun beekameera.

XS
SM
MD
LG