Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kutaaleen Ameerikaa Adda Addaa Mootummaan Federaalaa Deggersa Gochuuf  Boodatti Harkifate Jechuun Komataa Jiran  


Addunyaa irratti namoonni vaayiresii koronaan qabaman hanga dilbata kaleessa galgalaatti lakkoobsi isaanii kuma dhibba sadii fi kuma digdama ga’ee jira.

As Yunaayitid Isteetis keessatti immoo namoonni kumni soddomni vaayiresii koronaan qabamuu isaanii angawoonni ibsaniiru. Bulchiisonni kutaalee adda addaaa kan Yunaayitid Isteetis lammiiwwan biyyattii vaayiresii irraa ittisuuf meeshaalee barbaachisan dhiyeessuuf mootummaan federaalaa duubatti harkifate jechuun komee dhageessisaa jiru.

Angawoonni federaalaa garuu lakkii dhiyeessaa jirra jechuun falmu.

Kutaaleen Ameerikaa Adda Addaa Mootummaan Federaalaa Deggersa Gochuuf  Boodatti Harkifate Jechuun Komataa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:30 0:00


XS
SM
MD
LG