Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tajaajilli Interneetii fi Bilbilaa Addaan Cituu Gareeleen Mirga Namaa Balaaleffatan


Mootummaan Itiyoophiyaa lammiiaan Itioppphiyaa miliyoonaan laka ‘aman kanneen dhiya Oromiyaa keessa jiran irraa tataajila bilbilaa fi interneetii kutuu is gareen mirga namaaf falmu Human Rights Watch beeksiseera.

Vaayiresiin koronaa addunyaa irra faca’aa ennaa jiru kanatti keessumaa Itiyooophiyaa keessaa dhimmi odeeffannoo argachuu akkaan irratti fuulleffatamuu qabu. Odeeffannoo dhabamuun gargaarsi namoomaa Oromiyaa keessasa hagam barbaachisaa ta’uu akki itti hubatan illee rakkisaa ta’ee jira.

Gabaasa Saalem Salamoon Tujubeetu dhiheessa.

Tajaajilli Interneetii fi Bilbilaa Addaan Cituu Gareeleen Mirga Namaa Balaaleffatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:14 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG