Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaatti Sa’atii 24 Keessatti Qorannaa Taasisameen Namoota 8 Irratti Vaayirasiin Koronaa Argame 


(Suura faayilii)

Qorannaa Laaboraatorii Institiyuutiin Fayyaa Hawaasa Itiyoophiyaa sa'aatii 24 darban keessatti taasiseen namoota saddeet irratti Vaayirasiin Koroona argamuu fi as keessa takka daa'ima umriin baatii sagalii tahuu himee jira.

Haala weerara Vaayirasii Koroonaa kanaan wal qabatee Yaa'iin Dhabbilee amanataa adda addaa Itiyoophiyaa keessaa marii geggeessuun, baatii tokkoof akka biyyattii cufa keessatti kadhannaan waaqaa taasisamaa turu labsee jira. Gabaasaa guutuu caqasaa

Itiyoophiyaatti Sa’atii 24 Keessatti Qorannaa Taasisameen Namoota 8 Irratti Vaayirasiin Koronaa Argame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:10 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG