Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunivarsitiiwwan Amboo fi Wallaggaa Waa’ee Dhukkuba Koronaa Uummata Dadammaqsuuf Bobba’an 


Yunivarsitiiwwan Wallaggaa fi Amboo Weerara Koronaa dursanii ittisuuf magaalaalee keessa jiranii fi baadiyyaalee naannoo isaaniitti bobba’uudhaan uummataaf dadammaqinsaa fi hubannoo kennaa jiran.

Mootummaa fi dhaabbatoonni garaa garaa dursanii weerara Koronaa ittisuuf dhaamsawwan dabarsanis ammallee namootni akka eegamutti hojii irra oolchaa hin jiran; akka Ogeessota fayyaan gorfametti wal irraa fagaachaa hin jiran, jedhu - pirezidaantotni Yunivarsitiilee lameenii.

Sochiileen hawaasummaa tokko tokko ammallee akkuma duraaniitti akka itti fufanii jiran yeroo hojii hubannoo kennuuf bobba’an arguu isaanii dubbatu – hayyoonni kenneen.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Yunivarsitiiwwan Amboo fi Wallaggaa Waa’ee Dhukkuba Koronaa Uummata Dadammaqsuuf Bobba’an
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:45 0:00


XS
SM
MD
LG