Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Akka Iyyasuus Kiristoositti Fannifamuu"


"Akka Iyyasuus Kiristoositti Fannifamuu"
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:58 0:00

Artiistin biyya Filipiinoo kun yeroo 33ffaaf bara darbe (bara 2019) gaafa Guyyaa Fannoo, ‘Good Friday” jedhamuun beekamu akka Iyyasuus Kiristoositti fannifame.

Ruben Enaje amantaa Katoolikii hordofa. Ogguma oggaadhanuu fannifamuu Iyyesuus Kiristoosii yaadachuuf bakka tuuristoonnii fi jiraattonni naannoo argamanitti bakka Saan Peedro Katwud jedhamutti fanifama.

Taatonnii kaan immoo mismarii iinchii 4 dheeratu akka waan harkaa fi miila isaatti rukkutanii fakkeessan. (Rooyters)

Yaadawwan Ilaali (6)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG