Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Murtee Mootummaan Dabarseen Beelarra Buunee Jirra,’ Lammilee Itiyoophiyaa Jibuutii Jiraatan


Lammileen Itiyoophiyaa Jibuutii jiraatan murteen mootummaan biyyattii Kooronaa to’achuuf dabarseen beelaaf saaxilamnee jirraa jedhan.

Dhalattoonni Oromoo hedduun yoo VOA’f dubbatan, yoo biyyas jiraatan ijoollee isaaniis carraa barnoota sadarkaa lammaffaa argachuu akka hin dandeenye dubbatan. Rakkoolee kaanis qabna jedhu baqattoonni kun; Galmoo Daawit dabalata qaba.

‘Murtee Mootummaan Dabarseen Beelarra Buunee Jirra, Ijoolleen Keenuyas Mirga Barnoota Argachuu Hin Qabdu’ Lammilee Itiyoophiyaa Jibuutii Jiraatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:57 0:00


XS
SM
MD
LG