Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Maatii kiyya keessaa namni lama qabamnee, namni lama bilisa taane”


"Maatii kiyya keessaa namni lama qabamnee, namni lama bilisa taane”
please wait

No media source currently available

0:00 0:27:24 0:00
Obboo Itafaa Namumaa jiraataa Waashingitan Diisiiti. Ji’a Eblaa darbe keessa vaayrasii koronaatin qabamee torban lamaa booda fayye.
Ilmi isaa oggaa 3 garuu, vaayrasichi qaama isaa keessa jiraachuun qorannoodhan mirkanahuus mallattoon dhukkubicha irratti in mullanne.
Haatii warraa Obboo Itafaa, Aaddee Aannanee Qaabataa fi intalli isaanii immoo COVID-19 irraa walaba ta’uun qorannoodhan mirkanaahuu natti himan.
Muuxannoo isaanii marii Dilbata darbe geggeeffame kana irratti ibsaniiru. Laalaa.

Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG