Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mummichi Ministeera Itiyoophiyaa Haala Yeroo Irratti Uummataaf Haasawaa Dhageesisanii Jiru


Dr. Abiyyi Ahmad, Mummee Ministeera Itiyoophiyaa
Dr. Abiyyi Ahmad, Mummee Ministeera Itiyoophiyaa

Paartilee siyaasaas ta'e namoota siyaasaa kanneen seeraan ala aangoo qabachuuf dhiibaa jiran adabuuf mootummaan isaanii qophii barbaachisaa mara kan qabu ta'u mummichi ministeera Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad har'a dubbatanii jiru.

Mummichi ministeeraa haasawaa uummataaf dhageesisan kanaan namoonni siyaasa mormitootaa hangi tokko haala gara inni itti ba'u hin beekamiin kan weerara vaayrasii koronaan qabatanii aangoo qabachuuf yaalaa jiru jedhan.

Gabaasa guutuu caqasaa.

Mummichi Ministeera Itiyoophiyaa Haala Yeroo Irratti Uummataaf Haasawaa Dhageesisanii Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:05 0:00


XS
SM
MD
LG