Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsii Naannoo Tigraay Shofeeronni Jabuutii Irraa Ka'an Tigraay Seenuu Hin Qaban Jedhe


Biyya ollaa taate Jabutii irraa shofeeroota lafa dheeraa oofan irratti bulchiinsii naannoo Tigraay Ugguura kaa'ee jira.

Sababaa Jabuutii keessatti dhukkubii Kooviid dabalaa jiruuf jecha shofeeronni kokolaataa fe'umsaa gara Tigraayti dhufan ituu hin seeniin dura shofeera biraatti kokolaaticha kennuu qabu jechuun bulchiinsii naannoo sanaa ugguura ka'ee.

XS
SM
MD
LG