Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waldaa “Furtuu Waraana Dhokataa Covid-19”


Waldaa “Furtuu Waraana Dhokataa Covid-19”
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:34 0:00
Waldaa “Furtuu Waraana Dhokataa Covid-19” jedhama. Magaalaa Amboo Ganda Yaa’ii Gadaa bakka ‘Gool Piroojektii’ jedhamutti argama. Miseensota 16 qaba.
Erga Koroonaan Itoophiyaatti mullatee guyyaa tokkoofillee osoo addaan hin kutin hawaasa magaalaafi baadiyyaa Amboo harka dhiqsiisuurratti argama. Daawwadhaa.

Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG