Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartileen Siyaasaa Itiyoophiyaa Shan Miseensonni Isaanii Hidhamuu Beeksisan


Torban tokko dura humnoota mootummaan qabaman kanneen jedhaman miseensonni hooggana paartilee polotiikaa adda addaa shan har’as achi buuteen isaanii hin beekamu jechuu dhaan sochii tokkummaa dimokraasummaaf itti aanaa prezidaantii kan ta’an VOAf ibsaniiru.

Poolisii biraa deebiin argamuu dhabus komiishinni mirga namaa fi boordiin filannoo Itiyoophiyaa iyyata paartilee kanaa barreeffamaan argachuu isaanii mirkaneessaniiru.

XS
SM
MD
LG