Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensonni Kongrasa Yunaaytid Isteetes Yaada dhiyaate Ilaalaa Jiru


Polisii Yunaaytid Isteetes waan jijjiramuu qabu kan ilaaleen yaada dhiyaate ilaalaa jiran.

Polisiif maallaqnii ramadamuu fi aangoo humnaan gargaaramuu polisoonni qaban jijjiruuf tarkaanfiin dabalataa fudhatamuu qaba kan jedhutu jira.

Koreen seeraa kan mana marii bakka bu'ootaa Robii har'a obboleessa gurraacha Amerikaa harka polisitti du'e fi raga baatoota ka biroos dhaggeefachuuf jiru.

Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG