Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Marii Federeshinii Itiyoophiyaa Yaada Dhiyaate Raggaasisee Jira


Bara aangoo mootummaa mummicha ministeeraa Abiyyi Ahmed dheeressuuf yaada dhiyaate manni maree Federeshinii ka biyyatti har'a raggaasisee jira.

Akka kanaaniis manni marii lameen, kaawunsiliin mootummaa fi mootummaan hanga filannoo dhufuutti aangoo irra turu.

Yaadii kun kaawunsiliin waa'ee heeraan kan dhiyaatee yoo ta'u filannoon weerara vaayrasiin koronaa guutummaatti to'annaa jala eega oolee baatii 9-12 keessatti kan gaggeefamu ta'u Mallaskaachew Ammahaa Fin finnee irraa gabaaseera.

XS
SM
MD
LG