Ameerikaa keessatti siidaawwan ganaaraalotaa fi hoggantoota yeroo isaanitti olaantummaa sanyii tokkoo leelisuudhan hojii hamaa hojjatan jedhamanii buqqisuun itti fufeera.
Roobii darbe, Adoolessa 8, Varjiiniyaa magaala Richmaand keessaa siidaan tokko bifa kanaan jigfame. Magaalli Richmaand torban tokko keessatti siidaawwan walfakkaatan jaha buqiisuu ishiiti.