Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oolmaa Mana-murtii Hoogganoota KFO fi Namoota Dhiheenya Qabaman Kanneen Biroo 


Faayilii - Obbo Baqqalaa Garbaa fi Obbo Jawaar Mohammed

Obbo Jawaar Mahaammad, Baqqala Garbaa fi namootni galmee isaanii irra jiran akkasumas kanneen galmee ka biroo irra jiran namoonni 30 ol tahan yakki ittiin shakkaman tokko tahu hin qabu jechuun jechuun ka komatan abukaatoon namoota kanneenii haala qabiinsa isaanii mana hidhaa irrattis rakkoon akka jiru ibsanii jiru.

Abbaa Alangaa Federaalaatti, Daayirektarri Daaroktoreetii Yakka Qindaa'aa fi Daangaa Cehuu Obbo Fiqaaduu Tsaggaa immoo, "Yakki shakkamtootaa akka obbo Jawaar Mahaammad, Baqqala Garbaa fi namoota biroo wal fakkaata," jedhu. Qabiinsa isaanii ilaalchisees komiin eerame hiikameera jechuun Raadiyoo Sagaalee Ameerikaatti himan.

Guutummaa isaa caqasaa.

Oolmaa Mana-murtii Hoogganoota KFO fi Namoota Dhiheenya Qabaman Kanneen Biroo
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:52 0:00


Yaadawwan Ilaali (10)

XS
SM
MD
LG