Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koreen Naamusaa fi Tohannoo ABO Sochiiwwan Wal-dhibdee Hammeessan Ugguruu Dubbata


Koreen Naamusaa fi Tohannoo ABO Hanga Rakkoo Hooggana Keessatti Uumame Qoratee Xumurutti Sochiiwwan Wal-dhibdee Sana Hammeessan Ugguruu Isaa Dubbata 

Wal dhibideen hooggana Adda Bilisummaa Oromoo gidduutti uumame hanga dambii fii seera dhaabichaatiin furamutti qaamoleen hunduu sochiiwwan rakkoo kana hammessan ochuu irraa akka of dhaaban Koreen Naamusa fi Tohannoo Adda Bilisummaa Oromoo hubachiisee jira.

Koreen kun wal dhibidee uumameen wal qabatee sochii hojii idileetiin ala ibsa kennuu fi walgahii adda addaa geggeessuun akka hin taasisame murtaa’uu isaa dubbata.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Koreen Naamusaa fi Tohannoo ABO Sochiiwwan Wal-dhibdee Hammeessan Ugguruu Dubbata
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:26 0:00


XS
SM
MD
LG