Xurree ittiin seenan

Breaking News

Diploomaatonni Itiyoophiyaa Wiixata Dhufu Walgahii Jalqabu: Amb Dinaa Muftii


Wiixata fullee keenyaa jalqabee biyyoota adda addaa keessa kan jiran Ambaasaadaronnii fi Diploomaatonni Itiyoophiyaa walgahii waggaa finfinnee keessatti ta'an kana irratti wixinee imaammata alaa irratti akkasumas dhimmootii biroo irratti mari'atu.

Dubbii himaan ministrii haajaa alaa Itiyoophiyaa Diinaa Muftii akka ibsanti hojjatonni waajiira isaanii martii akka irratti hirmaatan ibsanii hariiroo alaa Itiyoophiyaan qabdu foyyeessuu dabalatee imaammata gurguddoobiyyattiin qabdu irratti hirmaatootaaf leenjiin kan kennamu ta;u ibsan.

Dhuma irrattiis qaama olaanaa biraa qajeelfamnii kan kennamuuf jiru ta'uun ibsamee jira.

XS
SM
MD
LG