Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Oromiyaa Shawaa Bahaa, Arsii Lixaa fi Baalee Keessatti Daawwatan 


Prezidaantiin Bulchiisa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa (Suuraa faayilii)
Prezidaantiin Bulchiisa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa (Suuraa faayilii)

Prezidaantiin Bulchiisa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa, namoota sababaa rakkoo nageenyaatiin miidhamanii fi qabeenyaan isaanii jalaa manca’e godinaalee Shawaa Bahaa, Arsii Lixaa fi Baalee keessatti daawwatan. Ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa irratti raaw’atamee booda rakkoo nageenyaa uumameen namoonni miidaman akkaataa deebisamanii dhaabaman irrattis hawaasa waliin marii geggeessanii jiran.

Gabaasaa guutu caqasaa.

Prezidaantiin Oromiyaa Shawaa Bahaa, Arsii Lixaa fi Baalee Keessatti Daawwatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:49 0:00


XS
SM
MD
LG