Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Eenyuummaa Keenyaan Haleellaan Nu Irratti Gaggeeffama"


Adabaabaayii Sumudaa, Hawaasaa (suuraa faaylii)

Bulchiinsa naannoo uummattoota Itiyoophiyaa gama kibbaa , godina Beench Shekoo aanaa Gurra Fardaa keessatti eenyummaa keenyaan haleellaan nu irratti gaggeeffama jechuun namoonni Raadiyoo sagalee Amerikaatti himanii jiru.

Sababaa kanaan mana barumsaa keessa buufatanii akka jiran ibsuun manni barumsaa banamaa waan jiruuf ba'aa jechuun nu dirqisiisuu, wabii waan hin qabneef jecha sodaa fi yaaddoo keessa jirra, Namoonni nu jalaa ajjeefaman 41 malee akka mootummaan jedhu 31 miti jedhu.

Kan dhimma kana keessaa harka qabu jedhaman walii galaan aangawoonni 54 to'annaa jala ooluu kan ibse bulchiinsii naannoo kanneen ajjeefaman 31 qofa ta'u maddeen nageenyaa nu mirkaneessanii jiru jechu isaanii Yanaataan Zabdiwoos gabaasee jira.

Yaadawwan Ilaali (4)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG