Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaa Naqamteetti Jimaaata Dabre Dargaggoonni Ajjeesaman  


Dargaggoota magaalaa Naqamteetti Jimaaata dabre ajeesaman keessa, dargaggoo Raagu’eel fi dargaggoo Yisiyaaq
Dargaggoota magaalaa Naqamteetti Jimaaata dabre ajeesaman keessa, dargaggoo Raagu’eel fi dargaggoo Yisiyaaq

Magaalaa Naqamteetti Jimaata dabre kana humnootni naga-eegumsaa Mootummaa dargaggoota nagaa afur bakka tokkotti ajjeesan, jechuun maatiifi namoota argine jedhan keessaa dubbatan.

Reeffi dargaggoota kanaa osoo hin awwaalamin guyyaa tokkoof bule, jechuunillee komii dhageessisanii jiran.

Hoogganaan Humna Addaa Poolisii Oromiyaa Reejimantii Naqamtee Komaandar Girmaa Abdiisaa, "Namootni qaama nageenyaan tarkaanfiin irratti fudhatame miseensota 'Abbaa Torbee' ti,” jedhan. Gara fuulduraattis olaantummaa seeraa kabajchiisuuf jecha tarkaanfii fudhachuun akka itti fufu dubbatan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Magaalaa Naqamteetti Jimaaata Dabre Dargaggoonni Ajjeesaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:12 0:00


XS
SM
MD
LG