Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Ameerikaa


Filannoo Ameerikaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:37 0:00
Lammiiwwan Ameerikaa guyyaa harraa filannootti oolan. Kuni buufata filannoo magaala Niw Yoork baka Maadisan Iskuweeri jedhamu.
Lammiiwwan biyyattii miliyoonaan lakkaawwaman guyyaa filannoo, jechuunis Sadaasa 3 dura, dursanii sagalee kennatan - kaan karaa poostaa, kaan immoo buufata filannoo dursee qophaahetti argamuudhan.
XS
SM
MD
LG