Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiiwwan Hindii Kamalaa Haris itti aantuu pirezdaantii Yunaaytid Isteets taatee filamuu ishiitiif gammachuu ibsaa jiran


Lammiiwwan Hindii Kamalaa Haris itti aantuu pirezdaantii Yunaaytid Isteets taatee filamuu ishiitiif gammachuu ibsaa jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:34 0:00
Lammiiwwan Hindii Kamalaa Haris itti aantuu pirezdaantii Yunaaytid Isteets taatee filamuu ishiitiif gammachuu ibsaa jiran.
Kamiilaan Yunaaytid Isteetsitti dhalattus hiddi dhaloota ishii Hindii iraayi. Haatii Kamiilaa umuriin ishii oggaa 19 ture, yeroo Hindii irraa barumsaaf gara Yunaaytid Isteets dhufte. Kaanafi egaa ganda maatiin ishii irraa dhufan Thulaseendiiraapuraamii jedhamu keessatti hawaasni gamaachuu an ibsachaa jiru. Eessumni fi firoottan Kamiilaa ganda kana keessa jiraatan
XS
SM
MD
LG