Xurree ittiin seenan

Breaking News

Duulli Farra Weerara Hawaannisaa Milkaawaa Jira, Jedha Mootummaan   


Duula weerara homaa hawwaannisa gammojjii dhaabisisuuf taasifameen Naannoo Sumaalee irraa kan hafe naannoolee kaan mara keessatti milkaahuu isaa Ministeeri Qonnaa beekisisee jira.

Sochii kana tumsuufis biyyoota garaagaraa irraa deeggarsi taasisamaafii akka jiru kan eere – ibsi ministirichaa, dhiheenna kana Mootummaan Israa'el deeggarsa Diroonota Keemikaalaa biifanii 27 fi tumsa ogeessota leenjisuu kennuu ishee dubbata.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Duulli Farra Weerara Hawaannisaa Milkaawaa Jira, Jedha Mootummaan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:50 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

XS
SM
MD
LG