Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunivarsitiin Saayinsii fi Teeknoolojii Adaamaa


Yunivarsitiin Saayinsii fi Teeknoolojii Adaamaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:20 0:00
Yunivarsitiin Saayinsii fi Teeknoolojii Adaamaa, adeemsa baruuf barsiisuu ittisa COVID 19 teeknolojiin deeggarameen geggeesuuf hojii isaa xumuruu beeksise jira.

Yunivarsitichi barattotaaf kutaa cisichaa kophaa kophaatti qopheessuu fi tajaajila nama nyaataa tuttuqaa irraa bilisa ta'e Teekinooloojiin deeggarame hojii irra olchee jira.
Muktaar Jamaal Gabaasa Viidiyoo qopheessee jira.
XS
SM
MD
LG