Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godiina Matakkal Keessatti Tarkaanfiin Fudhatamuun Ibsame


Naannoo Benishaangul Gumuz Godina Matakka keessatti qaamolee mootummaan "Farreen Nagaa "jedhee waamu 284 ajjeefamuu Komaand Poostiin Godina Matakkal Ibsuu Sabaa-Himaan Bulchiinsa Naannoo Benishaangul Gumuz beeksisee jira.

Akka Sabaa-himaan kun Gama marsariitii hawaasaatin beeksisetti, namootni gocha Ajjeechaa fi buqqaatii lammiilee nagaa irratti hirmaataniiru jedhamanii shakkaman kuma tokkoo ol tahan qabamaniiru.

Gama biraan, Mootummaan Naannoo Amaaraa har’a Ibsabaaseen, Naannoo Benishaangul Gumuz keessatti balleessaa fi hamminni lammiilee nagaa irratti raawwatamaa jiru hamma baachuun danda’amuu irra darbee, sadarkaa dhumaa irra gaheera jedheera.

Gabaasa Naakoor Malkaa caqasaa

Godiina Matakkal Keessatti Tarkaanfiin Fudhatamuun Ibsame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:03 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG