Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhattoonni 'ABO Shanee' Saba Amaaraa Irratti Haleellaa Geessian Himannaan Jedhu Dhiyaatee Jira


Gimbii, Walaga Lixaa (Suuraa faayilii)
Gimbii, Walaga Lixaa (Suuraa faayilii)

Garee ABO Shanee jedhamuun lammiiwwan amaaraa fi Oromoo irratti haleellaan irra deddeebi’un nu irratti raawwatama kan jedhan jiraattonni walaggaa dhiyaa Gimbii keessa jiraatan dubbataniiru.

Kufaatii IWEHAT booda naannoo Oromiyaa fi Beenishanukl keessa kanneen jiran saba Amaaraa irratti haleellaan raawwatamu harcaatuu IWEHAT kanneen caasaa mootummaa keessa jiraniin jedha paartiin ABN.

Mootummaan naannoo Oromiyaa gama isaan haleellaa sanaan wal qabatee caasaa mootummaa keessa kanneen jiran harki isaanii keessa jiran jedhamanii ka shakkaman hoogganoota 800 irratti tarkaanfii fudhachuu isaa ibse jechuun Asteer Misgaanaaw gabaasteetti.

XS
SM
MD
LG