Xurree ittiin seenan

Breaking News

Himatamtoonni Bellama Itii Aanuutti Akka Dhiyaachuu Qaban Ajajii Kennmee Jira


Faayilii - Obboo Baqqalaa Garbaa fi Obboo Jawaar Mohammad
Faayilii - Obboo Baqqalaa Garbaa fi Obboo Jawaar Mohammad

Obbo Jawaara Siraaj Mahammad faa sababa sodaa nageenyaaf jecha dhimma isaanii kan ilaaluu dhaddachii manni murtii kan mana sirreessaaa keessa jirrutti dhiyoo ta'eetti nuuf haa jijjiru jechuun gaaffii dhiyeessanii turan mannii murtii olaanaa kan Federaalaa fudhatama dhabsisee jira.

Manni Murtichaa beellama ka biroo kennuun himatamtooni hundumtuu Amajii 04 bara 2013 akka dhihaatan ajajee jira.

Gabaasa Muktaar Jamaal Caqasaa.

Himatamtoonni Bellama Itii Aanuutti Akka Dhiyaachuu qaban Ajajii Kennmee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:46 0:00


XS
SM
MD
LG