Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Lammiiwwan Ameerikaa Hedduun Gargaarsa Midhaan Nyaataa Eegaa Jiru"


Faayilii - Namoota qarqaarsa fudhachuuf hiriiran
Faayilii - Namoota qarqaarsa fudhachuuf hiriiran

Dhaabbati namoota beela’an gargaaru kan “Feeding America” jedhu Ameerikaa keessaa namoonni hedduun gargaarsaaf gara kuusaa midhaan nyaataa akka dhaqan beeksisuu isaa Mariama Diyaaloo gabaasteetti.

Fiiliis Maarder weerarra vaayiresii koronaa yeroo gabaabaa booda hojii Uber oofuu addaan kutan. Yeroo ammaa rakkatanii kan jiran yoo ta’u nyaatnii buluuf gara kuusaa midhaanii dhaquun kana booda qaanii natti hin ta’u jedhan.

Sana booda akkas gochuun sirrii akka ta’en murteesse. Dhoksaattiqabuun haala jiru

Dhaabi Feedin America jedhamu US keessaa dhaaba namoota beela’an gargaaru akka jedhutti erga weerrri korornaa mudatee qabee lakkoobsi namoota gargaarsa midhaan nyaataa barbaadanii dhibba irraa harka 60matti ol guddate.

"Lammiiwwan Ameerikaa Hedduun Gargaarsa Midhaan Nyaataa Eegaa Jiru"
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:21 0:00


XS
SM
MD
LG