Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hacaaluu Hundeessaa Namoota Beekkamoo Bara 2020 Lubbuu Ofii Dhaban Keessaa Tokko


Haacaaluu Hundeessaa

Sabaa Himaan Biibiisii (BBC) xumuramuu bara 2020 kan ilaaleen Ardii Afriikaa keessatti namoota maqaa Guddaa qaban fi du'uun isaanii dhiibaa guddaa uume jedhee tarreesse keessaa weellisaa Haacaaluu Hundeessaa tokko jedhee jira.

Weellisaa Haacaaluu Hundeessaa walleelee isaa mirga Oromoo gaafatan fi kan qabsoo beekama. Uummata birattis jaallataaa dha.

Maatii Haacaaluu Hundeessaa
Maatii Haacaaluu Hundeessaa

Haacaaluun eega ajjeefamee har'a baatii 6 guutee jira. Filatamuu wellisaa Haacaaluu Hundeessaa kana maatiin isaa maal jedhu?

Naakoor Malkaa Amboo irraa haasofsiisee jira. Caqasaa

Hacaaluu Hundeessaa Namoota Beekkamoo Bara 2020 Lubbuu Ofii Dhaban Keessaa Tokko
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:47 0:00


Yaadawwan Ilaali (9)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG