Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaalee Wallaggaa Lixaa fi Qelleem Wallaggaatti Tajaajilli Bilbilaa fi Interneetii Deebi’e 


Faayilii - Namoota bilbila fayyadamaa jiran, Dambi Dooloo

Godinaalee Wallaggaa Lixaa fi Qellem Wallaggaa keessatti tajaajilli bilbilaafi intarneetii ji’oota lamaa oliif addaan citee ture dheengadda jechuunis Kibxataa dabre irraa jalqabee banamuu jiraattota keessaa dubbatan.

Itiyoo-Telekomitti, daayirektarri naannoo Lixaa Obbo Mulaatuu Guddataa Godinaalee lamaan keessatti tajaajilichi deebi’ee banamuu isaa mirkaneessanii jiru

Hoogganaan itti-aanaan Biiroo Komiynikeeshinii Naannoo Oromiyaa Obbo Gizaachoo Gabbisaa, sababaan tajaajilichi addaan cite tureef olaantummaa seeraa mirkaneessuu fi bu’uuraaleen misoomaa waan manca’anii turaniifi, jedhan.

Godinaalee Wallaggaa Lixaa fi Qelleem Wallaggaatti Tajaajilli Bilbilaa fi Interneetii Deebi’e
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:46 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG