Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Haadholiin Utubaa Maatii Waan Ta'aniif Fayyaan Isaanii Eegamuu Qaba"


Faayilii - Haadha mana yaalatti daa'ima baattee dabaree eeggattu, Haloo, Oromiyaa
Faayilii - Haadha mana yaalatti daa'ima baattee dabaree eeggattu, Haloo, Oromiyaa

Haadholii keessumaa umrii ulfaa'uu fi da'uu keessa jiran kanneen umriin isaanii 15-49 gidduu ta'e hordoffiin tajaajiila eegumsa fayyaa addaa kan isaan barbaachisu ta'u biroo eeguumsa fayyaa Oromiyaatti Daayreekteera barnoota fayyaa fi komunikeshinii kan ta'an Nars (sister) Sa'adaa Ahmed ibsanii jiru.

Hordoffiin tajaajiilaa kunis kan yeroo ulfaa, da'uumsaa fi da'uumsa boodaa ta'u fi kan dubartoota hedduu eega da'anii booda lubbuun isaanii darbuu, dhiigii hedduminaan dhangala'ee akka ta'e ibsan.

kana ittisuuf jecha dubartoonnii ulfaa wirtuulee eegumsa fayyaatti da'uunn barbaachisaa ta'u gorsan.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

"Haadholiin Utubaa Maatii Waan Ta;aniif Fayyaan Isaanii Eegamuu Qaba"
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:44 0:00


XS
SM
MD
LG